Jaallatamo Maatii fi Hiriyoota Keenyaaf
Sirni cidhaa
Darg.Gammee & Durbee. Kennaa
Fulbaana.30.2019 Sa’aatii 7:00
Oct . 10 .2026 1:00 PM L.T
waan raawwatuuf, guyyaa kana Riizoortii Nooraatti argamtanii hirmaattota gammachuu keenyaa akka taatan kabajaan isin waamneera.
Oct . 10 .2026
Keessummoonni keenya uffata sirnaa Gurraacha ykn Adii (ykn lamaan isaanii walitti) uffachuun akka nu waliin kabajjan Kabajaan issin gaafanna.
Galatoomaa jaalala fi hawwii keessaniif,
We hope to see you at our wedding.
Bareedina guyyaa hin dagatamne kanaa Yaadachuuf suuraa/ viidiyoo Keessan as irra nuuf ka’aa
💥 Bootin keenya amma hojii eagaleera! Sirni cidhaa keenyaa yeroo jalqabutti, Gammee fi Kennaan attamitti akka gammadan mul’isuuf, yaadannoo hundumaa ilaalcha keessaniitin galmeessuuf suuraa, viidiyoo fi yeroowwan faana dabarsitan hunda karaa booti kanaa nuuf ergaa.
Uumamee kaniin yeneserg.com